Haasawaa obboleessa keenyaa kana dhaggeeffadhaa mee. Namni hubannoodhaan yeroo waa dubbise salphatti haqaan wal-fudhata. Hunda caalaa wareegama inni kafaluuf of-qopheessetu onnee nama tuqa!